FATHERS LOVE LETTER .COM
  • Home
  • About
    • About
    • Contact
    • Copyright
    • Donate
    • FAQ
    • Our Vision
    • Our Websites
    • Privacy Policy
    • Terms of use
    • The Story
    • What We Believe
  • Media Formats
    • Media Center
    • HD Video
    • 25th Anniversary Video
    • Vertical Video
    • Video History
    • Stores
    • Text
    • Audio
    • Kids FLL
  • Languages
  • God and You
  • FLL Book
    • Devotional Index
    • Free Audiobook
    • Free eBook

Oromo Father's Love Letter


The Oromo Father's Love Letter is currently available
in the following formats:
1. An A4 PDF version
2. An audio narration
3. A video version
4. An online text version

Please feel free to copy this text and design your own version
of the Oromo Father's Love Letter.
Oromo Father's Love Letter A4 PDF file
DOWNLOAD OROMO FATHER'S LOVE LETTER A4 PDF

Oromo Father's Love Letter Audio Narration

Special thanks to narrator Pastor Buli Beyene
LISTEN TO OROMO FATHER'S LOVE LETTER MP3 FILE

Oromo Father's Love Letter Video

Special thanks to the following contributors: Speaker: Pastor Buli Beyene; Music: Furi Soboka; Pictures and arrangement: Jürgen Schlund

Oromo Father's Love Letter

Erga Jaalala Waaqayyorra Siif Ergame
Yaa Mucaa Koo.


Ati yoo na beekudha baatte ani garuu eenymmaa kee beeka. (Faarasa Daawit 139:1)

Taa‘uu keetiif ka‘uu kee
hundaa beeka. (Faarsa Daawit 139:2)

Karaa jireenya kee hundumaas beeka. (Faarsa Daawit 139:3)

Rifeensi mataa
keeti hundinuu iyyuu lakkaa‘amaadha. (Wangeela Matewoos 10:29-31).

Fakkaatti kootiinis si uumeera. (Uumama 1:27)

Kan ati jiraattuu fi kann ati sochootu akkasumas kann ati baate galtu anaani. Mucaa koo waan taateef.
(Hojii Ergamootaa 17:28)

Garaa haadha kee keessaatti utuu si hin tolchinan si fo‘adhe. (Macaafa Ermiyaas Raj 1:4-5)

Uumama uumuudhaaf yeroon yaadetti siinis si uumuudhaaf murteesse si uume si filadhe. ( Efesoon 1:11-12)

Nama ta‘uu kee utuu hin beekamin iji ko si arge dhalattee bari jireenya ke lakkaa‘amuu utuu hin jalqabiin
guyyootan siif yaade macaafa ko keessaatti siif caafe. ( Faarsa Daawit139:14-15)

Yeroo dhaloota keetiif bakka
jireenya keetii duraan durseen murteesse. (Hojii Ergamootaa 17:26)

Gandameessa haadha kee keessatti natu si
tolche. (Faarsa Daawit 139:13)

Garaa haddha ke keessaa natu si baase. (Faarsa Daawit 71:6)

Eenyuun akkan ta‘e
warri hin beekne garuu kana hin hubanne. (Wangeela Yohannis 8:41-44)

Ani Waaqa jaalalaati malee waaqa
jibbuun mulatu mit. (1 Ergaa Yohannis 4:16)

Ani abba kee atis ilma koo waan taateef jaalala koo hundumaarra
caala siif baayise. (1 Ergaa Yohannis 3:1)

Maatiin ke ati foonitti irraa dhalate kennaa siif kennuu hin dandeenye
caala kennaa guddaa siif kenne. (Wangeela Maatewoos 7:11)

Abbaa kee isa sirrii waanan ta‘eef. (Wangeela Maatewoos 5:48)

Kennaan gaariin hundinuu kennaan guutuun hundinuus ana bira siif dhufa. (Yaaqoob 1:17)

Waan ati barbaaddu hundumaas siif kenneera. (Wangeela Maatewoos 6:31-33)

Yaadi ani siif yaadu yaada nagaa fi
yaada abdiidhaan guutameef dhumi isaa bareedadha. (Macaafa Ermiyaas Raj 29:11)

Ani jaalala bara baraatiin si
jaalladheera. (Macaafa Ermiyaas Raj 31:3)

Jaalali anif siif qabu lakkoofsaan hin shalagamu. (Faarsa Daawit 139:17-18)

Farfanaadhaan saratti ulfaadhe sitis nan gamada. ( Sefaaniyaa 3:17)

Wanti gaarii siif gochuus hin dhiisu.
(Macaafa Ermiyaas Raj 32:40) Ati anaaf qabeenyaa dhuunfa kootiiti. ( Seera ba‘uu 19:5)

Garaa koo fi yaada koo
guutuudhaan biyyaa kana keessa jabeessee siin nan dhaaba. (Macaafa Ermiyaas Raj 32:41)

Wanta guddaa ati
qortee bira ga‘uu hin dandeenye sitti nan hima. (Macaafa Ermiyaas Raj 33:3)

Garaa kee guutuudhaan yaada kee
guutuudhaanis yoo na barbaaddate na argatta. (Seera keessa deebii 4:29)

Anatti gammachuu qabaadhu anis
kadhata garaa keetii siif nan kenna. (Faarsa Daawit 37:4)

Barbaaadus gochuus kan si keessa ka‘u anuma.
(Filiphisiiyus2:13)

Wanti ati yaaddu safara malee caalchisee gochuu nan danda‘a. ( Efesoon 3:20)

Anis jajjabina bara baraa fi abdii gaarii siif nan kenna. ( 2 Tesaloniiqee 2:16-17)

Rakkina kee hundumaa keessatti kan si
jajjabeessu ana. (2 Qorontos 1:3-4)

Warra yaadni isaanii caccabee bullaa‘es nan fayyisa. (Faarsa Daawit 34:18)

Akka tikseen hoolota isaan sassaabu anis akkasuma kaasuutti sin sassaaba. ( Macaafa Isaayaas Raj 40:11)

Ani imimmaan hundumaa ija keetti nan haqa. (Mul‘ata Yohannis 21:3-4)

Rakkoo lafa irraatti sirra ga‘e hunduumaas
sirra nan kaasa. (Mul‘ata Yohannis 21:3-4)

Ani abbaa keeti jaalalan eyesuusiin jaaladheeniin si jaalladhe.
(Wangeela Yohannis 17:23)

Jaalali ani siif qabu kiristoossiin mullaateera. (Wangeela Yohannis 17:26)

Ifni ulfina waaqayyoo isa irraa ni calaqqisa. (Ibroota 1:3)

Kan ani eyesuusiin ergeef akka ani sii wajjiiniin jiru akka inni
dhugaa siif ba‘uuf. (Roomaa 8:31)

Akka ani cubbuu kee sitti hin lakkoofne akka inni sitti himuufan erge.
(2 Qorontos 5:18-19)

Kan eyesuus du‘eef anaaf siin walliti araarsudhaaf. ( 2 Qorontos 5:18-19)

Ilma isaas cubbuu keenyaaf furii haa ta‘uuf nuuf eerge kanaan jaalali waaqayyo nu gidduutti mul‘ate.
(1 Yohannis 4:10)

Akka ati na jaallatuuf waanan qabu dabarsee siif kenne. (Roomaa 8:31-21)

Egaa eyesuusiin amantee yoo fudhatte anaanis
ni fudhatta. (1 Yohannis 2:23)

Jaalala ani siif qabutii kan gargar nu baasu hinjrru. (Roomaa 8:38-39)

Kotu gara mana keeti. Deebi‘uu keetti gamachuu guddaatu waaqa irrati ta‘a. ( Luqaas 15:7)

Durati abaa keen ture amas abaa
keeti. (Efesoon 3:14-15)

Gaafiin ko siif, mucaa ko ta‘u ni feeta? (Yohannis 1:12-13)

Ani si eegaan jira. (Luqaas 15:11-32)

Abaa kee jaallattama
waaqayyo hundumaa danda‘u bira

ACKNOWLEDGEMENTS / PERMISSION:
Please feel free to copy and share all of the resources on this page as long as you do so free of charge.

About Us

About
The Story
Copyright

Get Involved

FAQ
Terms of Use
Our Websites

Connect

Contact
Privacy Policy
Donate
© COPYRIGHT 2025. ALL RIGHTS RESERVED.
  • Home
  • About
    • About
    • Contact
    • Copyright
    • Donate
    • FAQ
    • Our Vision
    • Our Websites
    • Privacy Policy
    • Terms of use
    • The Story
    • What We Believe
  • Media Formats
    • Media Center
    • HD Video
    • 25th Anniversary Video
    • Vertical Video
    • Video History
    • Stores
    • Text
    • Audio
    • Kids FLL
  • Languages
  • God and You
  • FLL Book
    • Devotional Index
    • Free Audiobook
    • Free eBook